Lyrks
Lyrks
Lyrks
Cover Art

Nagaan Jiraadhu Lyrics by Abitew Kebede

Gerersa

0

Dhuguma abba dhuguma, yaa loossiikoo
Mucca tinnoo reebanii
Akkam jirtaa, nagumma? yaa shageekoo
Shagee afaan annaanii
Dhuguma abba dhuguma, yaa loossiikoo
Mucca tinnoo reebanii
Akkam jirtaa, nagumma? yaa shageekoo
Shagee afaan annaanii
Akkamittin jiraadhu, yaa loossiikoo
Sirraatin gargar ba'ee
Qobaan ta'e wawaadhan, yaa shageekoo
Marattu seerra ta'e
Akkamittin jiraadhu, yaa loossiikoo
Sirraatin gargar ba'ee
Qobaan ta'e wawaadhan, takkittitoo
Marattu seerra ta'e
Halkan dudaan ciiseen sii yaada
Dagalee lakka'aatan bullaa
Dagalee lakka'aatan bullaa
Dagalee lakka'aatan bullaa
Yaa dammakoo natti himi maalo
Maalini korrichi jaalala
Maalini korrichi jaalala
Maalini korrichi jaalala
Uttuun siyaadu, annohin gabaadhu
Bekuma jirtuu mee nagan jiraadhu
Uttuun siyaadu, annohin gabaadhu
Bekuma jirtuu mee nagan jiraadhu
Aheee
Karaan manna keetti dandi saa
Naan barsisi badeetta dhufa
Naan barsisi badeetta dhufa
Naan barsisi badeetta dhufa
Yaa dammakoo, kottuuga maalo
Anni jaalala ka'e ittin fuffaa
Anni jaalala ka'e ittin fuffaa
Anni jaalala ka'e ittin fuffaa
Uttuun siyaadu, annohin gabaadhu
Bekuma jirtuu mee nagan jiraadhu
Uttuun siyaadu, annohin gabaadhu
Bekuma jirtuu mee nagan jiraadhu
Aheee
Korrat meqaanu karraa cufanuu
Siin hanqaadhu, nan dhufaa digee
Siin hanqaadhu, nan dhufaa digee
Siin hanqaadhu, nan dhufaa digee
Gargar baannee teenya seetteree
Dhufun jirraa galgala fiigee
Dhufun jirraa galgala fiigee
Dhufun jirraa galgala fiigee
Uttuun siyaadu, annohin gabaadhu
Bekuma jirtuu mee nagan jiraadhu
Uttuun siyaadu, annohin gabadhu
Bekuma jirtuu mee nagan jiraadhu
Aheee
Halkan dudaan ciiseen sii yaada
Dagalee lakka'aatan bullaa
Dagalee lakka'aatan bullaa
Dagalee lakka'aatan bullaa
Yaa dammakoo natti himi maalo
Maalini korrichi jaalala
Maalini korrichi jaalala
Maalini korrichi jaalala
Uttuun siyaadu, annohin gabaadhu
Bekuma jirtuu mee nagan jiraadhu
Uttuun siyaadu, annohin gabadhu
Bekuma jirtuu mee nagan jiraadhu

About “Nagaan Jiraadhu” by Abitew Kebede

Read the complete lyrics to "Nagaan Jiraadhu" by Abitew Kebede from the album "Gerersa". On Lyrks you can follow along with the full text, explore the artist's discography, and discover related songs. The track is often categorized under Pop, Ethiopia.

"Nagaan Jiraadhu" is performed by Abitew Kebede. from the album "Gerersa" This page provides the full lyric text for fans who want to sing along, study the songwriting, or compare versions across releases. Lyrks organizes lyrics by artist and song slug so you can bookmark and share a stable URL. Music lyrics help listeners connect with emotion, narrative, and rhythm in a track. Whether you are learning English, researching a favorite chorus, or preparing for karaoke, having accurate line breaks and section labels (verse, chorus, bridge) makes the experience easier. We link to the official artist profile on Lyrks where available, including biography snippets, top songs, and chart placements when we have that data. If you enjoy "Nagaan Jiraadhu", explore more songs by Abitew Kebede using the links below. Chart and trending pages on Lyrks highlight what listeners are searching for this week. For copyright or correction requests, see our DMCA and contact pages.

View all songs and biography for Abitew Kebede · Trending lyrics · Billboard Hot 100

Frequently asked questions

"Nagaan Jiraadhu" is credited to Abitew Kebede. Songwriting credits may include additional writers listed on the release; check the credits section on this page for linked collaborators.

"Nagaan Jiraadhu" appears on "Gerersa".

Visit the Abitew Kebede artist page at /artist/abitew-kebede for biography, popular tracks, and links to more lyric pages.